Aadde koopper dubartii baayee hojjiin itti baayyatuudha. Haata’u malee muca mucaa ishee kanta’e joorji waliin tabachuuf yeroo argatutti fayyadamti. Gara paarkii waliin deemuuf litu, garuu qubni ishee inni guddaan yeroo dheeraaf dhukkubaa ture sun ammas caalaatti dhukkubuu jalqabee jira. Yeroo darbe Hakiimii bira deemtus homa jijjiirama hinfidne ture. Amma garuu filannoo kan biraa tokko qabdi, maal gooti laata?
Details
- Publication Date
- Apr 3, 2022
- Language
- Oromo
- ISBN
- 9781458316677
- Category
- Children's
- Copyright
- All Rights Reserved - Standard Copyright License
- Contributors
- By (author): Trey Li
Specifications
- Pages
- 39
- Binding Type
- Paperback Perfect Bound
- Interior Color
- Color
- Dimensions
- US Trade (6 x 9 in / 152 x 229 mm)