Show Bookstore Categories

Quba isa baayyee dhukkubu

Quba isa baayyee dhukkubu

ByTrey Li

Usually printed in 3 - 5 business days
Harmeen joorji hojii geggeesitu mana wayyaati, kanaafis yeroo dheera dhaabachunn dabarsiti. Eegganoon miillaaf godhamu fi fayyumaa miillaa harmee joorjiif baayyee barbaachisaadha. Joorjiin yeroo dhihoo asitti wa’ee eeggannoo millaaf godhamuu fi qeensa qorrachuu baratee ture, Garu harmeen joorji qeensa ishee akka malee waan qorateef amma qubni ishee dhukkubuu jalqabeera. Dhukkubichis hammaataa deemera, rakkoo kana furuu qabdi.

Details

Publication Date
Apr 24, 2022
Language
Oromo
ISBN
9781435786257
Category
Children's
Copyright
All Rights Reserved - Standard Copyright License
Contributors
By (author): Trey Li

Specifications

Pages
39
Binding Type
Paperback Perfect Bound
Interior Color
Color
Dimensions
US Trade (6 x 9 in / 152 x 229 mm)

Ratings & Reviews