Qajeel fama Dhaabbii Waldaa

Qajeel fama Dhaabbii Waldaa

Church PLANT Manual, Oromo Edition

ByRev. Ted Smith

Usually printed in 3 - 5 business days
Warld Impaakt (World Impact) akka lakkoobsa Awurooppaatti, bara 2008 irraa eegalee, gareewwan dhaabbii waldaa Ameerikaa fi addunyaa maraatti haala tajaajila mataa isaanii keessatti tooftaalee dhaabbii waldaa akka qopheesatan hidhachiisu fi leenjisurra jira. Qajeelfamni dhabbii waldaa qajeelfama dhaabbii waldaa ivaanjeliiti(magaalaa mana aruumsaa macaafa Qulqukuutti) Kitaabni qajeelfama kana irratti hundaa’ee kun gareewwan dhaabbii waldaa haala fi fedhii mataa isaanii keessatti karoora tarsiimoo akka qopheessan gargaaruuf kan qophaa’e dha. kitaabni kun waldaa haaraa dhaabuuf yoo ta’e ykn irra deebi’anii dhaabuuf qophaa’aa jirtu yo ta’e (deebi’anii jalqabuu, haaromsuu, ykn deebi’anii jalqabuu) ykn hoggansa paastaroota waldaa jiru tokko keessatti dhaloota itti aanutti dabarsuudhaaf ykn sochii dhaabbii waldaa jalqabuuf kan qophooftan yo ta’e gargaarsa kan ta’u dha.

Details

Publication Date
May 30, 2025
Language
Oromo
ISBN
9781629324586
Category
Religion & Spirituality
Copyright
All Rights Reserved - Standard Copyright License
Contributors
By (author): Rev. Ted Smith

Specifications

Pages
152
Binding Type
Paperback Perfect Bound
Interior Color
Black & White
Dimensions
US Trade (6 x 9 in / 152 x 229 mm)

Ratings & Reviews